LibreOffice 7.1 Help
Yoo akka bulchaatti gabatee kuusdeetaa uumte, caancala kana fayyadamte gahiinsa fayyadamaa adda baasuu dandeessa, fi deetaa ykn caasaa gabatee gulaaluuf.
dhaafYoo bulchaa ta'uu baatte, caancala Waliigala jedhu fayyadamtee mirga gahiinsaa gabatee filameef mul'isuu dandeessa.
Gabatee kuusdeetaa filame maqaa isaanii agarsiisa.
Gosa kuusdeetaa agarsiisa.
Xurree guutuu gabatee kuusdeetaa agarsiisa.
Akka fayyadamaan deetaa dubbisuuf gargaara.
Akka fayyadamaan deetaa haaraa galchuuf gargaara.
Akka fayyadamaan deetaa jijjiiruuf gargaara.
Akka fayyadamaan deetaa haquuf gargaara.
Akka fayyadamaan caasaa gabatee jijjiruuf gargaara.
Akka fayyadamaan caasaa gabatee haquuf gargaara.
Fayyadamaan akka wabii ibsame fooyyeessuuf gargaara, fakkeenyaaf, qunnmtiilee haaraa galchuuf ykn quunnamtiilee turan haquuf.